Fana: At a Speed of Life!

Ispeen vs Beeljiyeem …

Finfinnee, Adoolessa 3, 2018 (FMC) – Waancaa Addunyaa 23ffaa qopheessummmaa Ameerikaa, Kaanaadaa fi Meeksikoon gaggeeffamaa jruun taphni nuusa xumuraa har’as itti fufe taphatama.

Har’a halkan sa’aatii 4:00 irra eegalee taphni Ispeen Beeljiyeem waliin taasiftu ni eegama.

Ispeen tapha mo’anii darbuun Poorchugaal akkasumas Beeljiyeem immoo Ameerikaa injifachuun nuusa xumuramaaf darbuun ni yaadatama.

Shaampiyoonaan bara 2010 Ispeen irra deebiin Shaampiyoonaa ta’uuf imala taasiftu cimsuuf gara dirree ni seenti.

Imalli Beeljiyeemi waanca addunyaa keessatti taasiftu hanga eessatti kan jedhuus ni egama.

Injifataan garee biyyaalessaa lamanii walakkaa xumura Faransaay waliin kan taphatu ta’a.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.