Oduu biyya keessaa Giddugalli Ga’umsa Ogummaa Miidiyaa hojii eegale Ayana Dheressa Oct 16, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018 (FMC) - Abbaan Taa’itaa Miidiyaalee Itiyophiyaa aangoo labsiin kennameef bu’uureffachuun dandeettii miidiyaalee biyyattii guddisuuf Giddugalli Ga’umsa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan sirni maallaqaa addunyaa haqa qabeessaafi hammataa akka ta’uuf waamicha dhiyeessite Ayana Dheressa Oct 16, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan sirni maallaqaa addunyaa misooma waaraa biyyoota guddachaa jiranii kan bu’uureffate fi haqa qabeessaa akka ta’uuf waamicha dhiyeessite.…
Oduu biyya keessaa Tumsi dhaabbilee bayyanachuu Itiyoophiyaa keessatti gahee olaanaa qaba- Diyaaqon Daani’eel Kibrat Ayana Dheressa Oct 16, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Tumsi dhaabbilee bayyanachuu Itiyoophiyaa keessatti gahee olaanaa qaba jedhan Ministirri Gorsaa Dhimmoota Hawaasummaa Ministira Muummeefi Walitti…
Fayyaa Waliingahiinsa talaallii ittisa dhibee busaa babal’isuuf hojjetamaa jira- Ministeera Fayyaa Ayana Dheressa Oct 16, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Ministeerri Fayyaa waliingahiinsa talaallii ittisa dhibee busaa sadarkaa biyyaalessaatti babal’isuuf hojjetamaa jira jedhe. Ministeerichatti…
Oduu biyya keessaa Naannawichatti galmoonni Baankii Addunyaa tumsa Itiyoophiyaa malee milkaa’uu hin danda’an-… Ayana Dheressa Oct 16, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018( FMC)- Naannawichatti galmoonni Baankii Addunyaa tumsa Itiyoophiyaa malee milkaa’uu hin danda’an jedhan Naannawaa Bahaafi Kibba Afrikaatti Pirezidaantii Itti…
Biiznasii Oromiyaatti Kurmaana 1ffaa keessa galiin Birrii biiliyoonni 64 ol walitti qabame Ayana Dheressa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara baajataa 2018 kurmaana jalqabaa galiin Birriin biiliyoona 64 fi miiliyoona 100 walitti qabameera jedhe Biiroon Galiiwwan…
Oduu biyya keessaa Du’aan boqochuu Raayilaa Odiingaa hordofee Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsan Ayana Dheressa Oct 15, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2018(FMC)- Du’aan boqochuu Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa gaddaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Pirejektoonni biyyaalessaa eegalaman olka’iinsa alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Pirejektoonni biyyaalessaa xumuramaniifi eegalaman olka’iinsa alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Guyyaan…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan ilaalcha bara gita bittaa Ijipt laga Naayil irratti calaqisiistu kufaa taasiste Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan ilaalcha bara gita bittaa tumsa Afrikaanotaa faallessu Ijipt laga Naayil irratti calaqisiistu fudhatama hin qabu jechuun kufaa taasiste.…
Oduu biyya keessaa Naannoo Afaar aanaa Koonaabaatti Kirkirri lafaa manneen 500 ol miidhe Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC) – Kirkirri lafaa naannoo Afaar aanaa Koonaabaatti mudate manneen 500 ol irra miidhaa qaqqabsiise. Bulchaan Aanichaa obbo Mahaammad Yaahiyyaa Faanaa…