Oduu biyya keessaa Sagaleen keenya gatii guddaa qaba- Jiraattota magaalichaa Ayana Dheressa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan carraa waggoottan shanan dhufanii Itiyoophiyaa murteessuuf sagaleen keenya gatii guddaa qaba jedhan jiraattonni magaalaa…
Oduu biyya keessaa Naannoo Harariitti meeshaaleen filannoo gara buufataalee filannootti raabsamaa jiru Ayana Dheressa May 29, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 21, 2018 (FMC) – Naannoo Harariitti meeshaaleen filannoo gara buufataalee filannootti raabsamaa jiru. Filannoon Waliigalaa 7ffaan Caamsaa 24, 2018 gaggeeffama.…
Oduu biyya keessaa Uummanni Booranaa sirna diimokiraasiin buluu Ameerikaa dura eegale- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Uummanni Booranaa sirna diimokiraasiin buluu Ameerikaa dura eegale jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Aadaa Booranaa eebbisan Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Giddugala Aadaa Booranaa eebbisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa miidiyaa hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Poolisii humna namaan gahoomsuufi hojimaataan ammayyeessuuf hojiin bu’aa qabeessi hojjetamaa jira-… Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Poolisii humna namaan gahoomsuufi hojimaataan ammayyeessuuf hojiin bu’aa qabeessi hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin bishaanii Galceet Sariitee jireenya jiraattota godinaalee Boorana Bahaafi Booranaa… Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018 (FMC) – Pirojektiin bishaanii Galceet Sariitee jireenya jiraattota godinaalee Boorana Bahaafi Booranaa jijjiiraa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Rakkoo bishaanii godinichaa hiikuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Godina Booranaatti rakkoo bishaanii hiikuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy Ahimad Godina…
Oduu biyya keessaa Aanaa Goomoleetti ijarsi pirojektoota hidhawwan jallisii xumuramuun boqonnaa bu’uuraalee misoomaa… Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Godina Booranaa Aanaa Goomoleetti ijarsi pirojektoota hidhawwan jallisii xumuramuun boqonnaa guddaa bu’uuraalee misoomaa bishaanii mirkaneessuu agarsiisa…
Oduu biyya keessaa Uummanni Booranaa gargaaramtummaarraa baheera- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018(FMC)- Waggoottaniif hongeef saaxilamaa kan ture Uummanni Booranaa gargaaramtummaarraa baheera jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jijjiiramaa carraa misoomaa hundaaf kenne- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa May 27, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 19, 2018( FMC)- Mootummaan jijjiiramaa carraa misoomaa hundaaf kenne jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Obbo Shimallis…