Bishooftuun Ayyaana Irreechaa Harsadee kabajuuf qophii xumuruun keessummoota simatteetti
Finfinnee, Fulbaana 24, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Bishooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa Bishooftuun Ayyaana Irreechaa Harsadee bara kanaa kabajuuf qophii xumuruun keessummoota…