Giriik hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu daran cimsuuf fedhii qabaachuu ibsite
Finfinnee, Muddee 10, 2014 (FBC) – Giriikiitti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Damituu Hambisaan Ministeera Dhimma Alaa Giriikiitti Daayreektara Dhimmoota Siyaasaa Daayrektar…