Dhiibbaa biyyoota alaa Jalaa bahuuf qabeenya qabnutti seeraan fayyadamuu qabna- Obbo Umar Huseen
Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Dhiibbaa biyyoota alaa jalaa ba’uuf qabeenya lafaa, bishaanii fi humna namaa qabnutti seeraan fayyadamuun qamadii jallisii boneen misoomsuurratti hojii…