Hidhi Haaromsaa asxaa milkaa’inaa baraa baratti darbudha- Obbo Muusxafee Mahaammad
Finfinnee, Fulbaana 9, 2018(FMC)- Pirezidaantiin Naannoo Somaalee obbo Muusxafee Mahaammad Hidhi Guddichi Haaromsaa asxaa milkaa’inaa baraa baratti darbudha jedhan.
Eebbifamuu Hidha…