Yeroo jalqabaaf daldala alaarraa galii Doolaara biiliyoona 10 ni milkeessina- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan seenaa ishee keessatti bara kana yeroo jalqabaaf daldala alaarraa galii Doolaara biiliyoona 10 ni milkeessiti jedhan Ministirri Muummee RDFI…