Naannoon Oromiyaa hongee godina Booranaatti mudate ittisuuf Birrii miiliyoona 30 ramade
Finfinnee, Onkololeessa 10, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Oromiyaa hongee godina Booranaatti mudate ittisuuf Birrii miiliyoona 30 ramaduu Komishiniin Ittisa soda Balaa Oromiyaa beeksise.…