Dhiibbaan Dippiloomaasii Itiyoophiyaa guddachaa jira gaaffiiwwan tarsiimawaas fudhatama argachuu…
Finfinnee, Hagayya 25, 2018 (FMC) – Hariiroon Alaa Itiyoophiyaa nageenya, faayidaa waloo fi birmadummaa kabachiisurratti hundaa’e yeroo ammaa injifannoo qabatamaa galmeessaa jira jedhe…