Ispoortii Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.…
Oduu biyya keessaa Tajaajila si’ataa kennuuf hojimaata haaraa qabannee dhufneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Waggaa haaraatti tajaajila si’ataa deddeebii hawaasaa hir’isu qabannee dhufneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee itti fufa- Fiild Maarshaal… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaa bara haaraa 2018 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru. Obbo Tamasgeen Xurunaa…
Oduu biyya keessaa Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuu keessatti wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii…
Oduu biyya keessaa Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Kaawunsiliin Manneen Amantaa Hordoftoota Wangeelaa Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarseera. Kaawunsiliin…
Oduu biyya keessaa Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Kan kabajnu jijjiiramuu baraa qofa miti jijjiiramuu seenaa dabalateeti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee FDRI…
Oduu biyya keessaa Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa sababeeffachuun ergaa… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Manni Amantaa Kaatoolikii Itiyoophiyaa eebba Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun ergaa gammachuu dabarsiteetti. Yaa’iin…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti- TKM Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) - Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan har’arraa egeree ishee hojjechaa jirti jedhe. Itiyoophiyaan tattaaffii egeree ishee har’arraa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 8, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 3, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Sudaan Kibbaa Saalvaa Kiir Maayaardiit daawwannaa dippiloomaasiif guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru. Pireezidaantichi wayita Buufata…