Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad warshaalee garaagaraa eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Sidaamaatti warshaalee garaagaraa eebbisiisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon mariisistoota Yaa’ii marii biyyaalessaa xumuramaa jira- Komishinicha Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoon namoota Yaa’ii marii biyyaalessaa irratti mariisisanii xumuramaa jira jedhe. Komishinichi ulaagaalee…
Idil Addunyaa Iraan tajaajila balallii sababa waraanaan addaan cite ture eegalchiiste Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Iraan tajaajila balallii sababa waraana Ameerikaa- Israa’el fi Iraaniin addaan cite ture eegalchiiste. Guyyaa har’aa buufanni xiyyaaraa idil-addunyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisan Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Pirezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Keer Maayaardiitiif gaggeessaan godhame Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Pirezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Keer Maayaardiitiif gaggeessaa godhaniiru. Pirezdaanti Saalvaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan imala badhaadhinaa riifoormiiwwan mandhaleen eegalte itti fufsiisaa jirti- Obbo… Ayana Dheressa Apr 24, 2026 0 Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan imala badhaadhinaa riifoormiiwwan mandhaleen eegalte itti fufsiisaa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oduu biyya keessaa Adeemsa baruufi barsiisuu teeknooloojiin deeggaruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Kantiibaa… Ayana Dheressa Apr 24, 2026 0 Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC) – Adeemsa baruufi barsiisuu teeknooloojiin deeggaruuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen. Aadde…
Oduu biyya keessaa Gahee Geejjiba Baaburaa gara %17 guddisuun danda’ame- Dooktar Alamuu Simee Ayana Dheressa Apr 24, 2026 0 Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC)- Tattaaffii Geejjiba Baaburaa babal’isuuf taasifameen gahee damichaan jiru gara %17 guddisuun danda’ameera jedhan Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Siwiidiin waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 24, 2026 0 Finfinnee, Ebla 16, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Siwiidiin Maariyaa Maalmar Isteenargaard waliin mari’ataniiru.…
Ispoortii Cheelsiin leenjisaa Liyaam Rooseeniyariin gaggeesse Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Cheelsiin leenjisaa Liyaam Rooseeniyariin gaggeesseera. Kilabichi leenjisicha kan gaggeesse bara faranjootaa 1912 booda yeroo jalqabaaf kilabichi galchii…