Daldalli boba’aa seeraan alaa kan babal’ateef gatiin gurgurtaa kan biyyoota ollaan gadi waan…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2017(FMC)- Itiyoophiyaatti daldalli boba’aa seeraan alaa kan babal’ateef gatiin gurgurtaa boba’aa kan biyyoota ollaan gadi waan ta’eefi jedhan Ministirri Ministeera…