Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa 18ffaan guutuu biyyattiitti sirnoota garaagaraan kabajamaa jira. Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha- TKM Ayana Dheressa Oct 13, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 3, 2018( FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa milkaa’inoonni keenya olka’iinsa Alaabaa keenyaa kan dabalanidha jedhe. Tajaajilichi guyyaa Alaabaa…
Oduu biyya keessaa Qaamolee filannoon Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa milkaa’inaan akka… Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa qaamolee filannoon Mana Marichaa milkaa’inaan akka xumuramuuf gahee isaanii bahataniif…
Oduu biyya keessaa Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC) - Fedhii uummataa guutuuf galii haalaan sassaabuun dhimma yeroon kennamuuf miti jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Tajaajila manneen murtii teeknooloojiin deeggaruuf hojjetamaa jira- Obbo Taaggasaa Caafoo Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Af-Yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa obbo Taaggasaa Caafoo tajaajila manneen murtii si’ataa taasisuufi teeknooloojiin deeggaruuf kutannoon…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Alaabaa Onkoloolessa 3, 2018 kabajama Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Guyyaan Alaabaa Wiixata dhufu Onkoloolessa 3, 2018 kabajama. Guyyichi mata duree “Alaabaan Keenya bara misiraachoo olka’iinsa Itiyoophiyaa, tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Feestivaala Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa…. Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Feestivaalli Nyaata Aadaa Itiyoophiyaa guyyaa har’aa Riizoortii Kurriftuu Afrikaatti gaggeeffamuu eegaleera. Feestivaalichi qindoomina…
Oduu biyya keessaa Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiise Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Geejjibni Galaanarraafi Loojistiksii Itiyoophiyaa leenjifamtoota ajajoota doonii eebbisiiseera. Akkaadaamiin Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii…
Teeknooloojii Nageenya imala dijiitaalaa keenya eegsisuun dhimma filmaata hin qabnedha- Aadde Alamtsahaay… Ayana Dheressa Oct 11, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Nageenya imala dijiitaalaa keenya eegsisuun dhimma filmaata hin qabnedha jedhan Itti gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummeefi Ministirri Dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa jira- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Oct 10, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Awutoomeeshinii fayyadamuun kenniinsa tajaajilaa kan cimsu tarsiimoo dijiitaalaa 2030 eegalchiisuuf hojjetamaa…