Biiroon Misooma Jallisiifi Horsisee Bulaa Oromiyaa paampiiwwan bishaanii kuma 26 ol fayyadamtootaaf…
Finfinnee, Fulbaana 12, 2018 (FMC) – Biiroon Misooma Jallisiifi Horsisee Bulaa Oromiyaa Warshaa Mootoraa Jabduu waliin ta’uun paampiiwwan bishaanii kuma 26 ol fayyadamtootaaf dabarsee…