Baankiin Biyyaalessaa labsii haaraa bu’uureffachuun Baankii Istaandardiif eeyyama haaraa kenne
Finfinnee, Sadaasa 19, 2018(FMC)- Baankiin Biyyaalessaa labsii baankii daldalaa haaraa bu’uureffachuun Itiyoophiyaatti Biiroo Bakka Bu’aa Baankii Istaandardiif eeyyama haaraa kenne.…