Oduu biyya keessaa Manni Marichaa wixineewwan labsii waliigaltee liqaa 2 raggaasise Ayana Dheressa Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii ariifachiisaa 2ffaa bara hojii 5ffaa har’a taa’een wixineewwan labsii waliigaltee liqaa 2 qorachuun…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensaa haala kam keessattuu dandeettii nageenya Itiyoophiyaa eeguuf dandeessisu ijaareera-… Ayana Dheressa Jul 14, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2018(FMC)- Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetenaal Jeneraal Yilmaa Mardaasaan humni qilleensaa keenya qophaa’ummaa amansiisaan dandeettii haala kam…
Oduu biyya keessaa Ergaa Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Jul 14, 2026 0 Waqtii seena qabeessa Itiyoophiyaan marii biyyaalessaa guddaafi seena qabeessa ta’eef qophaa’aa jirtu kanatti ijoollee biyya koo hundaaf waamicha guddaafi kabajaa dabarsun qaba. Mariin…
Biiznasii Oromiyaatti bara 2018 albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 70 argame Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara 2018 albuudarraa galiin Doolaarri miiliyoonni 700 fi miiliyoonni 70 argamuun ibsameera. Mootummaan naannichaa sirna bulchiinsa…
Teeknooloojii Kenniinsa tajaajilaa hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa- Aadde Salaamaawit Daawwit Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Kenniinsa tajaajilaa dameewwan garagaraan kennaman hojimaata diijitaalaan saffisiisuun cimee itti fufa jedhan Daayrektarri Olaantuun Tajaajila Lammummaafi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Beeniin waliin mari’atan Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Beeniin Roomuunwaald Waadaagnii waliin mari’ataniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Oduu biyya keessaa Nageenya lammiilee Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaa jiraatanii eegsisuun cimee itti fufa- Ministeericha Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Tattaaffiin nageenya lammiilee Itiyoophiyaa Sa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa jiran eegsisuuf taasifamu cimee itti fufa jedhe Ministeerri Dhimma…
Oduu biyya keessaa Ergaa Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Gamaaggama raawwii hojii Paartiifi Mootummaa kurmaana 4ffaa bara 2018'fi qophii tarsiimoo jalqaba raawwii karoora bara 2019 guyyaa har’aa jalqabneerra. Yeroon kun gulantaa seenaa haaraa…
Oduu biyya keessaa Hoggansi Badhaadhinaa guyya guyyaan milkaa’ina galmeessuu qaba- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Jul 13, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 6, 2018(FMC)- Hoggansi Badhaadhinaa guyya guyyaan milkaa'ina galmeessuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan. Raawwiin…
Oduu biyya keessaa Afrikaarraa adda duree kan ta’e Aviyeeshinii Itiyoophiyaa… Ayana Dheressa Jul 12, 2026 0 Dameen Aviyeeshinii Itiyoophiyaa Afrikaarraa adda duree fi sadarkaa idil-addunyaatti saffisa guddaan guddachaa kan jiru mootora diinagdee isa guddaa ta’eera. Damichi sosochii tuurizimiifi…