Oduu biyya keessaa Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa sababeeffachuun magaalaa Finfinneetti hiriirri deeggarsaa gaggeeffamaa jira. Hirmaattonni hiriirichaa…
Ispoortii Dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa har’a ni gaggeeffama Ayana Dheressa Sep 14, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2018(FMC)- Dorgommii Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaan dorgommiin xumuraa fiigicha meetira kuma 10 dhiirotaa guyyaa har’aa ni gaggeeffama. Dorgommichi…
Oduu biyya keessaa Tumsa gama maraa Itiyoophiyaafi Kuubaa cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama Ayana Dheressa Sep 12, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2018(FMC)- Hariiroo dippiloomaasii gama maraa Itiyoophiyaafi Kuubaa daran cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama. Hogganaan Hariiroo Uummataafi Id-alddunyaa Paartii…
Biiznasii Laarii Eeelisan sadarkaa sooressummaa Elan Maski irraa fudhate Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) –Dureessummaan addunyaarraa sadarkaa jalqabaarra kan ture Elan Maski hundeessaa dhaabbata Ooraakil kan ta’e Laarii Eelisaniin caalame. Qabeenya waliigalaa…
Oduu biyya keessaa Ummanni Oromoo akkasumas ummanni biyya keenyaa marti baga bacaqii gannaa baatanii booqaa birraa… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Ummata Oromoo akkasumas ummata biyya keenyaa maraan, baga bacaqii gannaa baatanii booqaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Walitti Qabaa Boordii ‘CIFF’ waliin mari’atan Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Hundeessaafi Walitti Qabaa Boordii Faawundeeshinii Fandii Invastimantii Daa’immanii (CIFF) Sar…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaan xumurame Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Qaammee 3-5, 2017 Finfinneetti gaggeeffamaa kan ture Yaa’iin Jijjiirama Qabeenya Qilleensaa Afrikaa 2ffaan xumurameera. Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Ispoortii Jilli garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Tookiyoo gahe Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Imaltoonni jalqabaa jila garee Atileetiksii Itiyoophiyaa Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 20ffaa irratti hirmaatu Jaappaan Magaalaa Tookiyoo gaheera.…
Oduu biyya keessaa Tajaajila si’ataa kennuuf hojimaata haaraa qabannee dhufneerra – Kantiibaa Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Waggaa haaraatti tajaajila si’ataa deddeebii hawaasaa hir’isu qabannee dhufneerra jedhan Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebee. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee itti fufa- Fiild Maarshaal… Ayana Dheressa Sep 10, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2017(FMC) – Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan Rayyaan Ittisa Biyyaa bara haaraatti hojiilee nageenya cimsuu jabeessee…