Oduu biyya keessaa Misoomni Kooriidarii yaaddoo balaa hir’iseera jedhame Ayana Dheressa May 14, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 6, 2017(FMC)- Misoomni kooriidarii yaaddoo balaa hir’isuu keessatti gahee olaanaa bahachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaafi Abiddaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Qabeenya Ji’ootuurizimii fi Ji’oopaarki misoomsuuf hojjetamaa jiraachuun ibsame Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Qabeenya Ji’ootuurizimii fi Ji’oopaarki misoomsuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan ibsan.…
Ispoortii Hansii Filiik waliigaltee isaa dheeressuuf waliigale Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) - Leenjisaan garee Baarseloonaa Hansii Filiik waliigaltee kilabicha waliin waggaa lamaaf isa tursiisu mallatteessuuf waliigaleera. Injifannoo El…
Oduu biyya keessaa Dinagdee tasgabbeessuuf hojiileen milkaa’ina qaban hojjetamaniiru- Dooktar Iyyoob Takkaalliny Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Waggoottan torban darban dinagdee tasgabbeessuuf hojiileen milkaa’ina qaban hojjetamuu Ministir Deetaan Ministeera Maallaqaa Dooktar Iyyoob Takkaalliny…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni dinagdeen akka guddataniif hojjetamaa jira jedhame Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Dhaabbilee ciccimoo ijaaruun dargaggoonni dinagdeen akka guddataniif hojjetamaa akka jiru Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa ibseera. Biirichi…
Idil Addunyaa Gareen hidhattootaa Kurduu qabsoo filannoo karaa nagaa fudhate Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC)- Qabsoo hidhannoo waggoota 40 booda gareen hidhattootaa Kurduu (PKK) gara qabsoo karaa nagaatti deebi’uuf murteessuu beeksise. Garichi murtoo kana kan…
Oduu biyya keessaa Dameeleen Abbootii qabeenyaa biyyoota alaatti cufaa turan banaa ta’uun inveestimeentii guddisaa jira… Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017 (FMC) – Dhaabbilee Misoomaa Mootummaa dabalatee dameeleen inveestimeentii abbootii qabeenyaa biyya alaatti cufaa turan banamuun inveestimeentiin alaa kallattiin…
Oduu biyya keessaa Qormaatiilee Invastimantii alaa mudataa turan furuun haalli mijataan Uumameera-Pireezidaanti Taayyee Ayana Dheressa May 12, 2025 0 FinfinneeCaamsaa 4, 2017 (FMC)- Qormaatiilee invastimantii alaa mudataa turan furuun damichaaf haalonni mijataan uumamaniiru jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen.…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti midhaan lafa heektaara kuma 100 ol irratti faca’e kunuunfamaa jira Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 4, 2017(FMC) - Godina Booranaatti midhaan lafa heektaara kuma 100 fi kuma 35 irratti faca’ee kunuunfamaa jiraachuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise. Bara kana rooba…
Oduu biyya keessaa Fooramiin Idil-addunyaa “Invast Itiyoophiyaa” gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 12, 2025 0 Finfinnee Caamsaa 4, 2017 (FMC)- Fooramiin Idil-addunyaa “Invast Itiyoophiyaa 2025” magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Fooramichi guyyoota lamaaf kan gaggeeffamu ta’uun ibsameera.…