Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Baarbaadoos Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Baarbaadoos Miyaa Mootaalii Yaa’ii Hawaasa Afrikaa-Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Ministirri Muummee Miyaa…
Oduu biyya keessaa Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaa Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Hojiin gama maraan dhaabbata ammayyeessuu cimee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humnoota Waraanaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan.…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Seent Kiits fi Neeviis Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Seent Kiitisii fi Neeviis Dooktar Raalfi Goonzaalvees yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan 2ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Cichoominaa Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Qaammeen 1 Guyyaan Cichoominaa mata duree “ Bu’uura Cimaa Biyya Jabduu” jedhuun Waajjira Kantiibaa Magaalaa Finfinneetti kabajame. Guyyichi bakka…
Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Bahaamaas Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Bahaamaas Filiippi Deeviis yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Filiippi Deeviis wayita…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha- Dooktar… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan.…
Oduu biyya keessaa Nageenyi naannawichatti mirkanaa’e misoomni magaalaa Naqamtee akka ariifatuuf haala mijataa uumeera-… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahamaan nageenyi naannawichatti mirkanaa’e misoomni magaalaa Naqamtee akka ariifatuuf haala mijataa uumeera…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi eenyummaa fi asxaa biyyaalessaa keenya- Hojjettoota Hidhichaa Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi eenyummaa fi asxaa biyyaalessaa keenya jedhan hojjettoonni Hidhichaa. Waggoottan 14 darbaniif Hidha Haaromsaatti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan nageenya waaressaa, misooma fayyadamummaa uummataa mirkaneessan baay’inaafi… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin mootummaan nageenya waaressaa, misooma ariifataa fayyadamummaa uummataa…
Biiznasii Oomishaalee ayyaanaaf barbaachisan haala ga’aan uummataaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Ayyaanota fuula dura jiran uummanni haala gaariin akka kabajatuuf omishaaleen qonnaa fi indaastirii bifa ga’aa ta’een akka dhiyaataniif hojjetamaa…