Oduu biyya keessaa Jimmaatti kaafamtoota misoomaaf manni jireenyaa kenname Debela Tadesse Sep 12, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Jimmaa abbootii warraa sababa misoomaan kaafaman 48’f mana jireenyaa Birrii Miiliyoona 59.3’n ijaarame kenname. Manneen jireenyaa…
Oduu biyya keessaa Waraqaa Eenyummmaa Dijitaalaa damee fayyaan waliin hojjechuuf waliigalame Debela Tadesse Sep 12, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)-Waraqaa eenyummaa dijitaalaa damee fayyaan waliin qindeessuun hojjechuuf waliigalteen mallatteeffame. Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Maqidas…
Biiznasii Warshaan Konkolaataa Bishooftuu Konkolaata Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuufi Debela Tadesse Sep 12, 2024 0 Finfinnee, Fulbaana 2, 2017 (FBC)- Garee Itiyoo-Injiinariingiitti Warshaan Oomisha Konkolaataa Bishooftuu konkolaatota Moodela “N7 Pickup” gabaaf dhiyeessuuf ta’uu beeksise.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawudeen maaddii qoodan Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen jijjiirraa bara haaraa sababeeffachuun Giddugalaa Dandamchisaa fi Tursisa Yeroo Daa’immanii Magaalaa Finfinneetti…
Oduu biyya keessaa Hawaasni wayita ayyaana kabaju balaa tasaa fi ibiddarraa akka of eegu dhaamame Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Wayita ayyaanaatti itti fayyadamni anniisaa olaanaan waan jiruuf hawaasni balaa tasaa fi ibiddaarraa of eeggannoo akka taasisu dhaamame. Waajjirri Hojii…
Oduu biyya keessaa Yeroon sirnaan ummata keenya tajaajillu amma-Obbo Araggaa Kabbadaa Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Yeroon sirnaan ummata keenya tajaajilluu fi boqonnaa ce’umsaarraa ga’amuu Pireezidaantiin Naannoo Amaaraa Obbo Araggaa Kabbadaan ibsan. Obbo Arggaa…
Oduu biyya keessaa Barri haaraan hojiileen misoomaa eegalaman ciminaan kan itti gaggeeffaman ta’uu qabu-Ordiin Badirii Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Barri haaraan hojiileen misooman eegalaman ciminaan kan itti gaggeeffaman ta’uu qabu jedhan Pireezidantiin Naannoo Hararii Obbo Ordiin Badiriin. Obbo…
Oduu biyya keessaa Bara haaraatti abdii fi mul’ata haaraa qabannee milkii fi injifannoo caalmaatti cehuuf onnachuu… Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)-Bara haaraatti abdii fi mul’ata haaraa qabannee milkii fi injifannoo caalmaatti cehuuf onnachuu qabna jedhan Itti Gaafatamaan Paartii Badhaadhinaa Damee…
Oduu biyya keessaa Ilaalcha haaraa fi wixineewwan misoomaa qabachuun hojiilee ummata fayyadamtoota taasisan ni… Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Ilaalcha haaraa fi wixineewwan misoomaa qabachuun hojiilee ummata fayyadamoo taasisan ni hojjennaa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Xilahuun Kabbadaan ergaa baga geessanii dabarsan Debela Tadesse Sep 10, 2024 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan bara haaraa 2017 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Ergaa isaaniin…