Ministeerichi lammiilee sigiga lafaan miidhamaniif deeggarsa Birri miiliyoona 3 taasise
Finfinnee, Hagayya 1, 2016 (FBC)-Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Dhiyeenya Naannoo Kibba Itiyoophiyaa Godina Goofaa Aanaa Gazzee Goofaatti balaa sigiga lafaan lammiilee…