Oduu biyya keessaa Boba’aan seeraan alaa Barmeelli 121 to’atame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Boba’aan seeraan ala geejjibsiifamaa ture barmeelli 121 to’annoo jala oolfmuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise. Abbaan taayitichaa eeruu…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Xaaliyaanii Itiyoophiyaaf deeggarsa maallaqaa Yuuroo Miiliyoona 25 taasise Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Mootummaan Xaaliyaanii sagantaa misoomaa naannawaa fi Diinagdee Magariisaa Itiyoophiyaaf deeggarsa Maallaqaa Yuuroo miiliyoona 25 taasiseera.…
Oduu biyya keessaa Tigraayitti Pirojektoonni Birrii Biiliyoona 2.7oliin ijaaramaa jiran daawwataman Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Pireezidaantiin Bulchiinsa Yeroo Naannoo Tigraay Obbo Geetaachoo Raddaan pirojektoota misoomaa Birrii biiliyoona 2.7 oliin Magaalaa Maqaleetti ijaaramaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoo dabarse Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 38ffaa gaggeesseen Waldaa Misoomaa Idil Addunyaa waliin waliigaltee deeggarsaa faayinaaansii taasifame…
Biiznasii Raabsaan elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaarraa dhorkame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)- Sadarkaa gadii kan ta’ee fi maddi isaa kan hinbeekamne Raabsaan Elektirikii ‘Gaardiyaan Shiildi’ gabaaf akka hindhiyaanne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa…
Oduu biyya keessaa Warqeen gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan baasuun akka daldalamu… Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Dhiyeessitootaa Warqee hundaaf kaffaltiin kan raawwatamu gatii Warqee gabaa addunyaan gatii tilmaama sharafa alaa Baankiin Biyyaalessaa guyyaa guyyaan…
Idil Addunyaa Qondaalli Olaanaan Hamaas Teehraan keessatti ajjeefame Debela Tadesse Jul 31, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 24, 2016 (FBC)-Qondaalli Siyaasaa Olaanaan Hamaas Ismaa’eel Haniiyeeh Iraan Teehraan keessatti ajjeefamuun gabaafame. Ismaa’eel Haniiyeeh fi eegduu isaanii kan…
Oduu biyya keessaa IMF Itiyoophiyaaf liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasise Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Boordiin Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa Itiyoophiyaaf (IMF) dhiyeessii liqii Doolaara biiliyoona 3.4 raggaasiseera. Dhaabbatichi akka beeksisetti…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa Roobiitti Walga’ii Ariifachiisaa Waame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Roobii Adoolessa 26, 2016’tti walga’ii ariifachiisaa waameera. Bu’uura Heeraa Mootummaa keeyyata 58 (4) fi Dambii…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa gaggeessuuf qophiitti jiraachuun ibsame Debela Tadesse Jul 29, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 22, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaan Waltajjii Marii Obboloota Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamuuf qophii taasisaa jiraachuu Ministirri Muummee Ittaanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…