Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabaja olaanaatu natti dhaga’ama-Atileet…
Finfinnee, Adoolessa 13, 2016 (FBC)- Ispoortessaa filatamaa jaarraa 21ffaa Afrikaa jedhamuutti kabajaa olaanatu natti dhaga’ama jechuun Atileet Qananiisaa Baqqalaan ibse.
Atileet…