Oduu biyya keessaa Lammiileen kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Lammiileen Itiyoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 198 gara biyyaatti deebi’aniiru. Deebitoota keessaa kumni 1 fi 14…
Fayyaa Barana dhiigni Yuunitiin kumni 350 ol walitti qabameera-Tajaajilicha Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Barana sadarkaa biyyaalessaatti dhiigni yuunitiin kumni 350 ol walitti qabamu Tajaajila Baankii Dhiigaa Itiyoophiyaa beeksise. Guyyaan arjooma dhiigaa…
Oduu biyya keessaa Luwiis Naannii fi Niwaankuu Kaanuun Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa waliin mari’atan Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Luwiis Naannii fi Niwaankuu Kaanuun Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa waliin mari’atan. Marichaan…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa ittisa Kooviid keessatti tumsa taasiseen beekkamtii argate Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa weerara vaayirasii Koroonaa ittisuu keessatti hirmaannaa idil addunyaa taasifame keessatti gahee caaluu bahachuun…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii daran cimsuuf waliigalan Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaa fi Raashiyaan hariiroo isaanii sadarkaa caalutti ceesisuuf waliigalan. Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqesillaaseen Itti…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Beekumsaa Chaayinaa-Afrikaa-UNIDO tajaajilaaf banaa ta’e Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Giddugalli Beekumsaa Chaayinaa-Afrikaa-Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomanii (UNIDO) Magaalaa Finfinneetti ijaarame eebbifamuun…
Oduu biyya keessaa Hojiileen tola ooltotaa daangaa ce’oon hojjetaman walooma ummatootaa cimsaa jiraachuun akeekame Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Hojiileen tola ooltota daangaa ce’oon gaggeeffaman waloomaa fi tokkummaa ummatootaa cimsaa jiraachuu Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Oduu biyya keessaa Naannoon Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee gaggeessuu eegale Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)- Naannoon Kibba Itiyoophiyaa walga’ii idilee 6ffaa bakka Pireezidaantiin Naannichaa Xilaahuun Kabbadaan argamanitti Magaalaa Arbaa Mincitti gaggeeffamuu…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa gara biyyaa dhufan simachuun eegalame Debela Tadesse Jul 15, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 8, 2016 (FBC)-Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa marsaa 3ffaan gara biyyaa dhufan simachuun eegalamuun ibsame. Itiyoophiyaanonni marsaa 3ffaan gara biyya dhufaan mata…
Fayyaa Deeggarsa Fandii giloobaalii irraa argameen hojiin ittisaa fi to’annoo dhibeewwanii milkaa’inaan… Debela Tadesse Jul 14, 2024 0 Finfinnee, Adoolessa 7, 2016 (FBC)- Deeggarsaa Fandii Giloobaalii irraa argame Dooolaara Miiliyoona 453’n hojiin ittisaa fi to’annoo dhibeewwan HIV, Busaa fi Tiibii akkasumas sirna fayyaa…