Bara omisha 2016 Bunni kuntaalli miiliyoona 11.8 sassaabameera-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Adoolessa 3, 2016 (FBC)-Bara oomishaa 2016 bunni kuntaalli miiliyoona 11.8 sassaabamuu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.
Pireezidaanti…