Oduu biyya keessaa Bidiruun “Xaanaa Nesh” Buufata Doonii Jibuutii qaqqabde Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Dhaabbata Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaan tajaajilaa geejjibaa bishaanirraa biyyaa keessaaf Bidiruuwwan bitaman lama Buufata Doonii…
Oduu biyya keessaa Obbo Adam Faaraah Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii ta’uun muudaman Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Obbo Adam Faaraah Sadarkaa Ministira Muummee Ittaanaatti Itti Gaafatamaa Giddugala Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii ta'uun Ministira Muummee FDRI…
Idil Addunyaa Raashiyaan haleella Moskoo ilaalchise Ameerikaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu ibsite Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Koreen Qorannoo Raashiyaa Haleellaa Moskootti raawwate ilaalchisee Ameerikaa fi biyyoota Lixaarratti qorannoo shororkeessummaa eegaluu beeksiste.…
Oduu biyya keessaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa waliin mari’atan Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Ministirri Hojii fi Ogummaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil Pireezidaanti Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa waliin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Xaa’oo Qonna Arfaasaaf barbaachisu guutummaatti dhiyaachuun ibsame Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Xaa’oon biyyee Qonna Arfaasaaf barbaachisuu meetirik toonii kuma 469 ol dhiyeessuuf karoorfame guutummaatti dhiyaachuu Ministeerri Qonnaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Biiroon Barnoota Oromiyaa fi Itiyoo Teeleekoom waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Itiyoo Teeleekoomii fi Biiroon Barnoota Oromiyaa waliigaltee Daree Barnoota Ismaarti ijaaruuf dandeessisu mallatteessaniiru. Waliigaltichi manneen…
Oduu biyya keessaa Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Godina Geedewootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbuun eerame. Balichis konkolaataan Dillaarraa ka’uun imalaa ture konkolaataa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Pireezidaantii Qaxxaamura Diimaa fi Federeeshinii Baatii Diimaa Idil… Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Eegduu Olaantuun Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa fi Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawdeen, Pireezidaantii Qaxxamuraa Diimaa fi Federeeshinii…
Oduu biyya keessaa Raadiyoon Quunnamtii gochaa shororkeessummaaf oolfamuuf turee to’atame Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)-Biyya keessa galfamuun gochaa shororkeessummaaf oolfamuuf kan ture Raadiyoon Quunnamtii Dirree Waraanaa to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Godina Geedi’oo…
Oduu biyya keessaa Magaalota Godinaalee Oromiyaatti Injifannoo Bitootessa 24 ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffame Debela Tadesse Apr 1, 2024 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Oromiyaa Magaalota godinaalee garagaraatti Injifannoo Bitootessa 24 ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffame. Haaluma kanaan Bulchiinsa Magaalaa…