Walitti bu’iinsa Sudaan furuuf mariin hunda hammate barbaachisaadha – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) - Walitti bu'iinsa Sudaaniif furmaata kennuuf mariin hunda hammate kan barbaachisu ta'uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…