Duulli talaallii ittisa Kaansarii Fiixee Gadameessaa Guraandhala 25 eegala jedhame
Finfinnee, Guraandhala 19, 2016 (FBC)-Talaaliin Kaansarii Fiixee Gadammeessaa Guraandhala 25-29, 2016 bifa adda guddattoota umrii 14’f duulaan kan kennamu ta’uu Ministeerri Fayyaa beeksise.…