Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Jila Ameerikaa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 20, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Mallaqaa Obbo Ahimad Shideen Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaati Gargaaraa Ministiraa Dhimmoota Afrikaa Moolii Pii fi Gaanfa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Girmaa Amanteen Daayrektara Garee ‘ARC’ waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 20, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Ministirri Ministeeraa Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Gargaaraa Barreessaa Olaanaa Dhaabbata Mootummootaa Gamtoomanii Fi Daayrektara Garee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara UNIDO waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 20, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)-Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Daayrektara Olaanaa Dhaabbata Misooma Indaastirii Mootummoota Gamtoomaanii Gardi Mulaar…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Yaadannoo Wareegamtoota Guraandhala 12 kabajame Debela Tadesse Feb 20, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 12, 2016 (FBC)- Guyyaan Yaadannoo wareegamtoota Guraandhala 12, 87ffaan kabajame. Sirnaa yaadannoo guyyichaarratti Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Dura Taa’aa haaraa Gamtaa Afrikaaf sagantaan baga gammaddanii gaggeeffame Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Dura Taa’aa Gamtaa Afrikaa ta’uun kan filaman Pireezidaantii Moritaaniyaa Mahaammad Uuldi Al Gazuwaanii dura taa’ummaan filamuu isaaniif…
Oduu biyya keessaa Walga’iin Komishinii Ministiroota Waloo Itiyoo-Keeniyaa gaggeeffamaa jira. Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Walga’iin Komishinii Ministiroota Waloo Itiyoo-Keeniyaa 36ffaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Daayrtektarri Jeneraalaa Dhimmoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota godinaalee Naannoo Amaaraa waliin mari’atan Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Bakka Bu’oota Godinaalee Naannoo Amaaraa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy gama miidiyaa…
Oduu biyya keessaa Mirgi Himatamuu Dhabuu Obbo Taayyee Danda’aa ka’e Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Caffeen Mirga Himatamuu Dhabuu Miseensa Caffee Obbo Taayyee Danda’aa kaase. Bu’uura Heera Fooyya'aa Naannoo Oromiyaa 1994 Fooyya’ee…
Oduu biyya keessaa Caffeen muudama garaagaraa raggaasise Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)- Caffeen Oromiyaa Yaa'ii Idilee 6ffaa Waggaa 3ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaa guyyaa lammaffaasaa har’a taa’een, hooggantoota Manneen Hojii Caffeetti…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Giddugala Dagaagina Ogummaa fi Haaromsa dubartootaa xumuramaa jira-Aadde Adaanech Debela Tadesse Feb 19, 2024 0 Finfinnee, Guraandhala 11, 2016 (FBC)-Ijaarsi Giddugalaa Dagaagina Ogummaa fi Haaromsa dubartoota baatiiwwan kudhan dura eegalame xumurama jiraachuu Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…