Oduu biyya keessaa Dooktar Maqidas Dhaabaa eenyu? Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Dooktar Maqdas Dhaabaa Magaala Finfinneetti dhalatanii guddatan. Yuuivarsiitii hawaasatti Ogummaa fayyaan Digirii Jalqabaa, akkasumaas Fayyaa Hawaasaan…
Oduu biyya keessaa Hoggantoonni Paartii badhaadhinaa muudamicharratti mari’achaa turuun kan murteessaniidha-Dooktar… Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 30, 2016(FBC) –Hoggantoonni Paartii Badhaadhinaa muudama dhiyaaterratti mari’achaa turuun kan murteessan ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubbatan.…
Oduu biyya keessaa Obbo Tamasgeen Xurunaa Ministira Muummee Ittaanaa ta’uun muudaman Debela Tadesse Feb 8, 2024 0 Finfinne, Amajjii 30, 2016(FBC)–Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa yaa'ii idilee 15ffaa bara hojii 3ffaa har’a gaggeesseen Muudamoota garagaraa raggaasiseera. Haaluma kanaan Obbo Tamasgeen…
Oduu biyya keessaa Jilli Itiyoophiyaa agarsiisa Rayyaa Ittisaa Idil Addunyaa Saa’ud Arabiyaarraatti hirmaate Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Jilli Ittaanaa Itaamaajoor Shumii Waliigalaalaa Raayyaa Ittisaa Biyyaa Jeneral Abaabawu Taaddasaan durfamuu Agarsiisa Idil Addunyaa Raayyaa Ittisaa Saa’ud…
Oduu biyya keessaa Ijaarsa manneen 70/30’f kanneen Waldaan gurma’an ijaarsa akka jalqaban waamichi dhiyaate Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Ijaarsaa manneen 70/30’f jiraattoonni waldaan gurmaa’uun lafa fudhatan ijaarsa akka eegalan Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Manneenii Bulchiinsa Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Fayyadamummaa hojjettootaa haala mirkaneesseen oomishtummaa industirii dabaluuf hojjetamaa… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Fayyadamummaa hojjettootaa haala mirkaneesseen omishaa fi omishtummaa industirii dabaluuf hojjetamaa jiraachuun ibsame. Mata duree "Fayyummaafi…
Oduu biyya keessaa Adwaan Tokkummaa Biyya Ijaaruuf Furtuudha-Hayyoota Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Adwaan Injifannoo Qofa Osoo Hin Taane Tokkummaan Biyya Ijaaruuf Furtuu olaanaa jedhan Hayyoonni. Yuunivarsiitii Haramaayaatti mata duree " Adwaa…
Oduu biyya keessaa Galaana Diimaarratti biyyoonni naannawichaa akkuma Itiyoophiyaa carraaqqii taasisuu qabu -Dooktar… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Akkuma Itiyoophiyaan Galaanaa Diimaa ilaalchisee carraaqqi olaanaa taasisaa turte biyyoonni naannawichaas carraaqqii taasisuu qabu jedhan Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hidha Haaromsaa ilaalchisee Itiyoophiyaan mariif qophii ta’uu Dooktar Abiy ibsan Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa ilaalchisee ammallee Itiyoophiyaan mariif qophii ta’uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan dhaabbilee damee hedduutti kan makamtuuf faayidaa biyyaalessaa ishee kabachisuufi-MM… Debela Tadesse Feb 6, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhaabbilee damee hedduutti miseensummaan kan makamtuuf faayidaa biyyaalessaa ishee kabachisuuf akka ta’e Ministirri Muummee Dooktar Abiy…