Biiznasii Daldala Alaa Bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 571 argame Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 6’n darbanitti Daldalaa Ala Bunaarraa galiin Doolaara miiliyoona 571 argamuu Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa beeksise.…
Ispoortii Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa qaba-BDIO Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Fiigichi Guddichi Wancii-Dandii hawwata naannichaa dabaluuf faayidaa olaanaa kan qabu ta’uu Biiroon Dargaggoo fi Ispoortii Oromiyaa beeksise. Sagantaan…
Ispoortii Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa Amajjii 21 eegala Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetikisii Itiyoophiyaa 53ffaan Amajjii 21-26, 2016’tti Finfinneetti kan gaggeeffamu ta’uu Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin Carraa Hojii uumuurratti waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteessan Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin carraa hojii uumuu fi ogummaarratti waloon hojjechuuf waliigaltee hojiirraa oolmaa mallatteessaniiru. Deeggarsichas…
Oduu biyya keessaa Yeroon galmee qormaata bahumsaa hanga Amajjii 20tti dheerate Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Yeroon galmee qormaata bahumsaa hanga Amajjii 20, 2016’tti dheereffamuu Ministeerri Barnootaa beeksise. Galmeen qormaata bahumsaa bara 2016 Amajjii 8,…
Idil Addunyaa Kooriyaa Kaabaa Siidaan Mallattoo Abdii Tokkoomaa diiguun dhaga’ame Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Kooriyaa Kaabaa Kiim Jongi Uun Kooriyaawwan lameen nagaan walitti deebi’uu akka hindandeenye ergaa dubbatanii guyyoota muraasa boodaa…
Oduu biyya keessaa Doonaldi Tiraampi Bulchiinsaa Niwu Hampishaayeritti morkataa isaanii injifatan Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Pireezidantiin Duraanii Amerikaa Doonaaldi Tiraampi kaadhimamaa Paartii Rippaabilikaanii ta’uun filatamuuf kan dandeessisu qabxii walitti qabachaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanffin Humnoota Finxaaleeyyirratti fudhatamu cimee itti fufa-Letenaal Jeneraal Birhaanuu… Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Tarkaanfiin humnoota finxaaleeyyirratti fudhatamu cimee kan itti fufu ta’uu Ajajaan Ajaja Kaabaa Lixaa fi Walitti Qabaan Koomaandi Poostii Naannawicha…
Oduu biyya keessaa Omishaalee sadarkaa gadii ta’an meetirik toonii 630 ol akka hingalfamne dhorkaman Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Omishaalee galii sadarkaa gadi ta’an meetirik tooniin 630 ol biyya keessa akka hingalfamne dhorkamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa…
Biiznasii Gurgurtaa Humna Elektirikiirraa galiin Birrii biliyoona 12.8 ol argame Debela Tadesse Jan 24, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 15, 2016 (FBC)- Baatiiwwan ja’an darbanitti gurgurtaa humna elektirikii biyya keessaa fi alaaf dhiyateerraa galiin Birrii biiliyoona 12 fi miiliyoona 848 ol argamuu Humni…