Hojiin Misooma Sululaa Duula Xiiqii Uummanni Keenya Gamtaan Milkeessudha-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 8, 2016 (FBC)-Hojiin Misooma Sululaa Duula Xiiqii Uummanni Keenya Gamtaan Milkeessudha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…