Jala bultii (Kataraa) fi Ayyaanni Cuuphaa nagaan akka kabajamu qophii gahaan taasifamuun ibsame
Finfinnee, Amajjii 7, 2016 (FBC)- Ayyaanni Kataraa fi cuuphaa nagaan kabajamee akka xumuramuuf qophiin gahaan taasifamuu Biiroon Bulchiinsa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee beeksise.…