Sirni hordoffii fi to’annoo ijaarsa sirnaa fi dagaagina dimokiraasii mirkaneessa-Afyaa’ii Caffee
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Sirni walhordofuu fi to’achuu ijaarsa sirnaa fi dagaagina dimokiraasii akka mirkaneessu Afyaa’iin Caffee Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan ibsan.
Koreewwan…