Baatiiwwan 5’n darban Horiin Gaanfaarraa galiin Doolara miiliyoona 6 ol argame
Finfinnee, Mudde 30, 2016 (FBC)- Baatiiwwan 5’n Horiin Gaanfaa gabaa alaaf dhiyaatanirraa galiin Doolara miiliyoona 6 ol argame Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa ibse.…