Milkaa’ina Marii Biyyaaleessaaf hirmaannaa jalqabnee itti fufna- Waldaaleen Siviikii
Finfinnee, Mudde 19, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti nagaa waaraa fiduu keessaatti gahee olaanaa kan qabaatu milkaa'ina Marii biyyaalessaaf hirmaannaa taasisuu jalqabaan cimsanii kan itti fufan…