Hawaasaatti Yakka butii fi dirqiin gudeeduun kan himatame hidhaan waggaa 16 itti murtaa’e
Finfinnee, Mudde 18, 2016 (FBC)- Magaalaa Hawaasaatti yakka fi dirqiin gudeeduun kan himatame Saajiin Yaahuwalamabiraat Waldamaariyaam hidhaa waggaa 16’n akka adabamu itti murtaa’e.…