Shaggaritti barattoonni kuma 140 ol sagantaa nyaata barattootaan fayyadamtoota ta’aa jiru
Finfinnee, Mudde 15, 2016 (FBC)- Magaalaa Shaggaritti barattoonni kuma 140 ol sagantaan nyaata barattootaan fayyadamtoota ta'aa jiraachuu Biiroon Barnootaa Magaalichaa beeksise.…