Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun Madfiin si’a 9 dhukaafama Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu kan kabajamu Ayyaana Dhaloota Nabiyyuu Mahaammad (SAW) (Mawulidaa) sababeeffachuun sa’aatii 12:00 irratti Madfiin si’a 9 kan dhukaafamu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Sirna Gubaa (‘Damaraa’) sababeeffachuu daandileen konkolaattotaaf cufaa ta’an ifooman Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Boruu Addabaabayii Masqalaatti Sirna Gubaa (‘Damaraa’) Masqalaa gaggeeffaamu sababeeffachuun daandiilee konkolaattotaaf cufaa ta’aan Poolisiin Magaalaa…
Idil Addunyaa Keeniyaan 2027’tti Buufata Anniisaa Niwuklilaraa ijaaruufi Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Wayita fedhiin hanga gadi lakkifama Kaarbanii hir’isuu dabalaa jirutti Keeniyaan bara 2027’tti buufata anniisaa niwukilaraa jalqaba ijaaruuf ta’uun…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Ayyaana Mawulidaa sababeeffachuun ergaa bagaa ittiin isin gahee dabarsan Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Baga Guyyaa Dhaloota Nabii Muhaammad (SAW) Waggaa 1498ffaan Nagaan Geessan jechuun eergaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa wayita kabajnu Hojiiee gaarii Nabiyyuu Mahaammad hojiirraa oolchuun ta’uu qaba… Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)-Ayyaana Mawulidaa wayita kabajnu hojiilee gaarii Nabiyyuu Mahaammad (SAW) hojiirra oolchuun ta’u akka qabu ibsame. Ayyaanni Mawulidaa 1498ffaan guyyaa…
Oduu biyya keessaa Naannawaa Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleeffame Debela Tadesse Sep 26, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 15, 2016 (FBC)- Duulli bakka Sirni Daamaraa Masqalaa itti gaggeeffamuu qulqulleessuu raawwatame. Duulli qulqullinaa kunis bakka Sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hoji…
Biiznasii Tajaajilli eeyyamaa fi galmeessa daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kenname Debela Tadesse Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Baatii sadii kan hinguunne keessatti tajaajilli galmeessaa fi eeyyama daldalaa kuma 400 ol oonlaayiniin kennamuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti…
Oduu biyya keessaa Pirojektiin Walmal Birrii biiliyoona 3.6’n ijaaramu barana xumurama jedhame Debela Tadesse Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Pirojektiin Misooma Jallisii walmal Birrii biiliyoona 3.6’n ijaaramu bara baajataa kana akka xumuramu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii ibse.…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Daamaraa Masqalaarratti Richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu ibsame Debela Tadesse Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC) – Ayyaana Daamaraa Masqalaarratti Richiitii dhukaasuun dhorkaa ta’uu Poolisiin Magaalaa Finfinnee hubachiise. Ayyaanni Mawuliidaa, Daamaaraa, Masqalaa…
Idil Addunyaa Faransaay dippilomaatotaa fi loltoota ishee Niijeerii akka baastu beeksiste Debela Tadesse Sep 25, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 14, 2016 (FBC)- Fonqolcha Mootummaa Niijeeritti gaggeeffame hordofee Faransaay Dippilomaatota fi loltoota ishee akka achii baastu beeksiste. Pireezidaantin Faransaay…