Kunuunsa Gaarreen Baalee daran cimsuun barbaachisa jedhame
Finfinnee, Fulbaana 9, 2016 (FBC)- Paarkii Biyyaalessaa Gaarreen Baalee ‘UNESCO’tti galmeessuuf akkuma tumsi olaanaan taasifame kana booda kunuunsi taasifamu daran cimuu akka qabu gaafatame.…