Oduu biyya keessaa Teessumni lafaa Geedee’oo ‘UNESCO’tti galmaa’e Debela Tadesse Sep 17, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Godinaa Geedee’ootti kan argamu teessumni lafaa aadaa Geedee’oo Dhaabbata Aadaa, Barnootaa fi Saayinsii Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti…
Oduu biyya keessaa Irreechi baranaa Fulbaana 26 fi 27 kabajama Debela Tadesse Sep 17, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Irreechi Hora Finfinnee fi Hora Arsadee Fulbaana 26 fi 27, 2016 akka kabajamu Gamtaan Abbootii Gadaa Oromoo beeksiise. Irreechi baranaa dhahaa Oromoo…
Oduu biyya keessaa Ikoo-Turizimiin haroowwan Wanciifi Dandii sadarkaa dhumaarra gahaa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Sep 17, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)-Sagantaa Maaddii Biyyaatiin misoomaa kan jiran Ikoo-Turizimiin haroowwan Wanciifi Dandii sadarkaa dhumaarra gahaa jiruaachuu Pireezidaantiin Naannoo…
Oduu biyya keessaa Faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuun ajandaa walooti-Mana Marichaa Debela Tadesse Sep 17, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 6, 2016 (FBC)- Dhimmi faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa eegsisuu, ijaarsi nageenyaa fi misoomni ajandaa waloo biyyaalessaa ta’ee kan itti fufu ta’uu Manni Maree Waloo…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ittaanaa Ministiraa Dhimmootaa Idil Addunyaa Kaanaadaa waliin… Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Ministir deetaan ministeera dhimma alaa Ambaasaaddar Misgaanu Argaan Ittaanaa Ministiraa Dhimmoota Idil Addunyaa Kaanaadaa Cheerlii Arbaan waliin…
Ispoortii Lammiilee Moorokoo fi Liibiyaatti lubbuu dhaban yaadachuuf taphattoonni baajii gurraacha godhatu… Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC) –Moorokoo fi Liibiyaatti sababa balaa lolaa fi kirkira lafaan lammiilee lubbuun darban yaadachuuf taphattoonni Piriimaayer Liigii Ingilaand hundi baajii…
Idil Addunyaa Niijeer Paaspoortii dippilomaatota sirna duraanii waliin hariiroo qabu jetteen kuma 1 haqxe Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Mootummaan Waraanaa Niijeer, Paaspoortii dippilomaatota sirna duraanii waliin hariiroo qabu jetteen kuma 1 haqxeetti. Sanadoonni fi paaspoortiiwwan…
Fayyaa Naannichatti borurraa eegale talaalliin ittisa dhibee Kooleera ni kennama Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)Naannoo Amaaraatti boruurraa eegalee taalalliin ittisa dhibee Kooleeraa kan kennamu ta’uu Inistiiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Naannicha beeksise. Daayrektarri…
Idil Addunyaa Namichi qaamolee misaa’elaa dhoksaan gara Ameerikaatti erge hidhaan waggaa 12 fi baatii 6 itti… Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Ajaja basaaastoota Ameerikaatiin namichi qaamolee misaa’elaa Raashiyaa dhoksaan gara Ameerikaatti erguuf yaale hidhaa waggaa 12 fi baatii 6 itti murteessuu…
Fayyaa Itiyoophiyaa keessaa ‘Dhibeen busaa badeera’ jedhamee hubatamuun dogoggora-Ministeera Fayyaa Debela Tadesse Sep 15, 2023 0 Finfinnee, Fulbaana 4, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti hubannoon akka waan dhibeen busaa badeetti fudhatamuu fi rakkooleen agoobara keemikaala cuuphame fayyadamuu dhabuu akka mul’atu Ministeerri…