Miseensonni Paarlaamaa sagantaa guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu gaggeessan
Finfinnee, Adoolessa 10, 2015 (FBC)- Miseensonni Mana Maree Bakka bu’oota Ummataa fi hojjettoonni waajjiricha sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabuu Magaalaa Finfinnee…