Finfinneetti manneen barnootaa sadarkaa gadi ta’an 12 cufaman
Finfinnee, Adoolessa 6, 2015 (FBC)- Manneen barnootaa sadarkaa gadii ta’an 12 irratti tarkaanfii fudhachuu Abbaan Taayitaa To’annoo Qulqullinaa Leenjii fi Barnootaa Magaalaa Finfinnee…