Biiznasii Daandiin Qilleensichaa galii Doolaara biiliyoona 6.1 argate Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa galii Doolaara biiliyoona 6.1 argachuu beeksise. Dhaabbatichi mul’ata bara 2035tti bu’aa qabeessa ta’uuf qabate…
Fayyaa Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaaf konkolattoota Biirri miiliyoona 27 baasan deeggarsa taasise Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaaf konkolattoota Biirri miiliyoona 27 baasan 8 deeggarsa taasise. Deeggarsichaas Ministiri Ministeera Fayyaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Binnaalfi dhimma godaansaa ilaalchisee Yaa’ii Ministirootaa Ugaandaatti qophaa’erratti… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ministirri Ministeeraa Nageenyaa Obbo Binnaalfi Andu’aalam dhimma godansaa ilaalchisee Yaa’ii Ministirootaa Yugaandaatti qophaa’erratti hirmaachaa jiru.…
Oduu biyya keessaa Shakkamaan Warqee giraama kuma 5 fi 460 seeraan ala qabatee argame to’annoo jala oolfame Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Naannoo Kibba Lixa Ityoophiyaa Magaalaa Miizaanitti shakkamaan Warqee giraama kuma 5 fi 460 seeraan ala qabatee argame to’anno jala oofamuun qoratamaa…
Ispoortii Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoome Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Sagantaan Pirimeerliigii Ingiliz bara 2023/24 ifoomeera. Akkataa sagantaa ba’eetti torbeen dorgommii Piriimeerliigichaa bara faraanjoota Hagayyaa 11,…
Oduu biyya keessaa Rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti miseensonni IGAD ejjennoo walfakkaataarraa ga’uun eerame Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Jibuutiitti yaa’iin Dhaabbata Misooomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) gaggeeffameerratti rakkoo Sudaan haala furuun danda’amurratti biyyoonni miseensa…
Oduu biyya keessaa Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbii siyaasa quubsuma naannawaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Mariin Paanaalii haala yeroo tasgabbiin siyaasa quubsuma naannawaa, hiikaa nageenya biyyaalessaa Ityoophiyaaf qabu irratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin waggaa faayinaansii Afrikaa Bahaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Yaa’iin waggaa faayinaansii Afrikaa Bahaa 6ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Yaa’icharratti Daayrektara Olaanaa Gabaa Kaappitaalaa Ityoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Giriik Ityoophiyaatti hojiilee invastimantiirraatti bobba’uuf fedhii qabaachuu… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ittaanaan Komishinaraa Komiishinii Invastimantii Ityoophiyaa Daani’eel Tarreessaa abbootii qabeenyaa Giriik waliin marsariitiin mari’ataniiru. Marii…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan hariiroo daldalaa fi invastimanti Kaanaadaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabdi –… Debela Tadesse Jun 15, 2023 0 Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)- Ityoophiyaan hariiroo Daldalaa fi Invastimanti Kaanaadaa waliin qabdu guddisuuf murannoo qabaachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar…