Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 803 keessaa dhaabbileen kuma 127 ol seeraan alaa ta’uun…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti dhaabbilee daldalaa kuma 800 ol irratti to'annoo gaggeeffameen dhaabbileen kuma 127 ol seeraan ala ta'uu Biiroon Daldalaa Oromiyaa…