Ispoortii Liyooneel Meesiin Intar Maayamiitti imaluufi Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Urjiin kubbaa miilaa Arjantiinaa Liyooneel Meesiin kilabaa isaa Faransaay PSJ gadi lakkisuun garee Kubbaa miilaa Ameerikaa Intar Maayamii seenuufi. Gara…
Oduu biyya keessaa Shororkeessaan Alshabaab daangaa Ityoo-Somaliyaatti haleellaan raawwachuuf ture fashalaa’e Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Shororkeessaa Alshabaab naannawaa daangaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaatti haleellaan raawwachuuf ture fashaalaa’uun eerame. Gareen shororkeessaa Alshabaab…
Oduu biyya keessaa Torbeen dhaabbilee waldaalee Siiviikii 3ffaan kabajamaa jira Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Torbeen dhaabbilee waldaalee Siiviikii 3ffaan Finfinneetti kabajamuu eegale. Torbechi mata duree “Hirmaannaa dhaabbilee waldaalee siiviikii nageenya…
Oduu biyya keessaa Sirni Awwalchaa Alii Barkee raawwate Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Sirni awwaalchaa gooticha Kaarraa Maarraa fi miseensa duraanii raayyaa ittisa biyyaa Alii Barkee raawwate. Sirni awwalchaa isaaniis Finfinnee Mana…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii 14ffaan Dureewwan IGAD Wiixata dhufu gaggeeffama Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Yaa’iin 14ffaan dureewwaan Dhaabbata Misooma Mootummootaa Baha Afrikaa (IGAD) Wiixata dhufu Jibuutiitti akka gaggeeffamuu ibsame. Dhaabbatichi akka…
Oduu biyya keessaa Boorana Aanaa Elwayyeetti margi lafa hektaara 642 irratti misoome haamaaf qaqqabe Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Elwayyeetti margi hektaarri 642 irratti misoome haamaaf qaqqabuu Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii beeksise. Nyaanni…
Oduu biyya keessaa Maayik Hamarii fi Tirees Aan Jaakoobsan Ityoophiyaatti Garee Hordoffii Adeemsa Nageenyaa Gamtaa… Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Gaanfa Afrikaatti Ergamaan Adda Ameerikaa Maayik Hamarii fi Ityoophiyattii Dhimma Raawwachiistuun Embaasii Ameerikaa Tirees Aan Jaakoobsan Ityoophiyaatti…
Idil Addunyaa Pool Kaagaameen Ministirootaa fi Ajajoota Raayya Ittisaa fi Nageenyaa irratti jijjiirama tasaa… Debela Tadesse Jun 7, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Ruwaandaa Pool Kaagaameen Ministirootaa fi Ajajoota Raayya Ittisaa fi nNageenyaa biyyattii irratti jijjiirama tasaa taasisuun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa miseensota haaraa 2 dabalate Debela Tadesse Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)-Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa miseensota haaraa lama koreechatti dabaleera. Sababoota adda addaatiin bakka miseensota hojii…
Oduu biyya keessaa Fiinxaalessummaa ittisuun tokkummaa keenya jabeessuu qabna-Obbo Abdujabbaar Mahaammad Debela Tadesse Jun 5, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2015 (FBC)- Fiinxaalessummaa ittisuun tokkummaa fi nageenya jabeessuun barbaachisaa ta’uu Ittigaafatamaan Waajjjira Paartii Badhaadhinaa Damee Hararii Obbo Abdujabbaar…