Argisiisni Qonnaa Goda Hambaa Saayinsiitti gaggeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2015 (FBC)-Argisiisni Qonnaa Eebla 29, 2015 irraa eegalee mata duree “Mana yaaliirraa gara facaasuutti” jedhuun eegalamee milka’inaan xumuramuu Ministeerrii Qonnaa…