Waajabila Faanaa Johaan Tiitar Ruuperti sooressaa addaa duree Afrikaa Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Johaan Tiitar Ruuperti sooressaa addaa duree Afrikaa Kibbaa yoo ta’u, Afrikaa keessaa sooressa sadarkaa 2ffaa ta’uutu himama. Qabeenyi sooressa kanaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Ittaantuu Pireezidaantii Kolombiyaa waliin Goda Hambaa Biyyaalessaa… Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee fi Ittaantuun Pireezidaantii Kolombiyaa Firaansiyaas Maarkuweez Goda Hambaa Biyyaalessaa daawwataniiru. Jilli…
Biiznasii Naannichatti gabaa tasgabbeessuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jira- Obbo Ordiin Badirii Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Naannoo Harariitti gabaa Sanbataa bifa itti fufiinsa qabuu fi omishaalee gabaaf dhiyaataan gatii madaalawaan waliinga’uuf hojiileen hojjetaman cimanii kan…
Oduu biyya keessaa Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaaf ambulaansiiwwan arjoomaman Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Tajaajila Waldaa Qaxxaamura Diimaa Ityoophiyaa bal’isuuf ambulaansiiwwan 14 fi konkolaattota sarviisi 9 Waldaa Qaxxaamuraa Diimaa Addunyaarraa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti biqiltuuwwan biiliyoona 4.9 dhaabuuf qophiin taasifamaa jira-BQO Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisa bara 2015’n biqiltuuwwaan biiliyoona 4.9 dhaabuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Addunyaa tumsa Ityoophiyaa waliin qabu kan itti fufu ta’uu ibse Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Baankiin Addunyaa tumsaa fi michummaa Ityoophiyaa waliin qabuu cimsee kan itti fufu ta’uu beeksise. Baankichi hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii Sagantaa Ashaaraa Magariisaa gaggeeffamaa jira Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Waltajjiin marii sagantaa Ashaaraa magariisaa Gannaa baranaa mata duree “Ashaaraa Magariisaa Misoomaa Waaraaf” jedhuun Gola Hamba Saayinsiitti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa gidduutti Waliigalteen Ijaarsa daandii mallatteeffame Debela Tadesse May 19, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 11, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Sudaan Kibbaa gidduutti daandii Palooch-Matiyaang-Maayiwut-Pagak ijaaruuf Jubbaatti waliigalteen mallatteeffame. Ijaarsi daandichaa Lixa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Shimallis Jila Barreessaa Paartii Koministii Chaayinaa waliin mari’atan Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Jila Barreessaa Paartii Koministii Chaayinaa Kutaa Biyya Niinzhiyaa, Liyaangi Yaanshuun duurfamu waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni raawwiin karoora kurmaana 3ffaa Ministirootaa eegale Debela Tadesse May 18, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Gamaaggamni raawwii karoora kurmaana sadaffaa ministirootaa Bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad argamaniitti eegaleeera. Muummeen Ministiraa Abiy…