Oduu biyya keessaa Ogeeyyiin miidiyaalee argisiisa qonnaa daawwatan Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Hoggantoota, gulaatota, qopheessitootaa fi ogeeyyiin miidiyaalee biroon argisiisa qonnaa daawwatan. Daawwannicharatti Ministira Ministeera Qonnaa Dooktar…
Idil Addunyaa Kiyeevi Diroonii fi Misaa’elaan haleelamte Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Magaalaa guddittii Yuukreen Kiyeev haleellaa cimaa Diroonnii fi Misaa’eelaan haleelamuu aanga’oonnii biyyattii beeksisaan. Haleellichaan yoo xiqqaate…
Oduu biyya keessaa Heerri Mootummaa Ityoophiyaa “Haa fooyyeffamu; hinfooyyeffamiin” dhimmoota jedhanirratti mari’atame Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Dhimmoota walfalmisiisoo “Heerri Mootummaa haa fooyyeffamu fi hinfooyyeffamiin” jedhurratti qopheessummaa Inistitiyuutii qorannoo Imaammataa Ityoophiyaan…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalame Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa 52ffaan eegalameera. Shaampiyoonnichi har’a ganama waldorgommii utaalchaa dheeraa dubartoota fi utaalchoo olii…
Oduu biyya keessaa Rakkoo addaan ciccituu elektirikii hambisuuf baasii Birrii biiliyoona 26’n hojjetamaa jiraachuun… Debela Tadesse May 16, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 8, 2015 (FBC)-Rakkoo addaan ciccitiinsaa ibsaa Ityoophiyatti mudachaa dhufe hambisuuf akka biyyaalessatti Birrii biiliyoona 26 ramadamuun hojiin fooyyessaa fi irraa…
Oduu biyya keessaa Konkolaattota buna alergee fe’an ugguruun Buna fudhataaniiru kan jedhamanirratti himanni baname Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Konkolaattota omisha bunaa alergee Birrii miiliyoona 15 ol fe’an daandiirratti ugguruun, sodaachisuun Bunichaa fudhatanii kan jedhaman namoota 11 irratti…
Oduu biyya keessaa BBO’n Meeshaalee Barnootaa Birrii miiliyoona 5.8 Naannoo Tigraayiif deeggarsa taasise Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 5.8 ol ta'u Naannoo Tigraayiif deeggarsa taasise. Meeshaaleen Biirichii deegarsaa…
Oduu biyya keessaa Dandeettiin maddisiisa elektirikii Ityoophiyaa Meeggaa Waattii kuma 5 fi 200 qaqqabuun ibsame Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Dandeettiin maddisiisa elektirikii Ityoophiyaa Meeggaa Waattii kuma 5 fi 200 qaqqabuu Koorporeeshiniin Humna Elektirikii Ityoophiyaa ibse. Waggoottan…
Idil Addunyaa Filannoo Turkiin injifattoota addaa baasuuf marsaa 2ffaaf sagaleen akka kennamu ibsame Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Turkiin morkattoonni sagalee isaan injifachiisuu waan hinarganneef maraa 2ffaaf adeemsa sagalee kennuutti ce’uun gabaafame.…
Oduu biyya keessaa Koomishinichi hayyota dabalatee ummattoonni dhimmoota biyya isaaniirratti yaada akka kennaniif… Debela Tadesse May 15, 2023 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2015 (FBC)- Koomishininiin Marii Biyyalessaa hayyootaa fi hayyoonni siyaasaatti dabalataan ummatoonni dhimmoota biyya isaaniirratti yaada akka kennaniif hojjechaa…